John 4:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Bisaan kana ka unu marti deebi'ee hin dheebota;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Nami bisaani kana d'ugu deebie d'eebota,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus deebiseefii, “Namii bisaan kana dhugu cuftii deebi'ee dheebota,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee, «Ka bisaan kana irraa dhugu maruu deebi'ee dheebota;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee, «Ka bisaan kana irraa dhugu maruu deebi'ee dheebota;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun ni deebiseef, «Bishaan kana irraa ka dhugu marrinuu deebi'ee ni dheebota,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Bisaan kana ka unu marti deebi'ee hin dheebota;