John 4:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dubartittiin, “Ani abbaa manaa hin qabu” jetteen. Yesuus, “ ‘Abbaa manaa hin qabu’ jedhiisi keeti dhuga'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Niitiini taani waan jetteeni, Anini d'iirsa inqabu. Yesoni waan jed'eeni, Atini d'uguma, Anini d'iirsa inqabu jette.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Niitiin deebiftee, “Anin dhiirsa hinqabu” jetteen. Yesus, “Atin dhuguma, ‘Anin dhiirsa hinqabu’ jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartittiin ammo deebiftee, «Ani abbaa manaa hin qabu» jetteen. Hennaa kana Yesuus akkana jedheen, « ‹Abbaa manaa hin qabu› jechuun kee dhuga'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubartittiin ammoo deebiftee, «Ani abbaa manaa hin qabu» jetteen. « ‹Abbaa manaa hin qabu› jechuun kee dhuga'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubarttiin'llee, «Abbaa worraa hin qabu» jechu'uun ni deebifitte, yeroo kanatti Yesus akkana isi'iin jedhe, «Abbaa worraa hin qabu jechuun kee sirri'i,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartittiin, «Ani abbaa manaa hin qabu» jetteen. Yesuus, « ‹Abbaa manaa hin qabu› jedhiis keeti dhuga'a.
Recommended Reading