John 4:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ati nama shan heerunteerta; namichi ati amma woliin jirtu abbaa manaa keetii moti. Wonni ati jette dhuga'a” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro shani ya si fuud'ani, namichi atini amma woliini jirtu sunileeni d'iirsa keetiiniti, tana d'uguma baante.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan dhiirsa shan qabduuf namichii atin amma waliin jirtu sunilleen dhiirsa keetiiniti, tana dhuguma baante” isiin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati abbaa manaa shan waan qabduuf, ammumaa ka si woliin jirullee abbaa manaa keetii miti. Kanaaf dhugaa dubbatte.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ati abbaa manaa shan waan qabduuf, ammumaa ka si woliin jirullee abbaa manaa keetii miti. Kanaaf dhugaa dubbatte» isi'iin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
abbootii worraa shan ni qabdda turtte, naminni amma si woliin jiru abbaa worraa keetii miti, kanaaf dhugaa dubbattee jirta.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati nama shan heerumteerta; namichi ati amma woliin jirtu abbaa manaa keetii moti. Wonni ati jette dhuga'a» jedheen.