John 4:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dubartittiin, “Goottaa kiyya, akka ati raagaa teete dhagga.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Niitiini taani waan jetteeni, Aabbo, anini aka atini raaga yayu arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Arma irratti niitiin taan, “Aabboo, anin akka atin raagaa yaayyuu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartittiin, «Gooftaa kiyya! akka ati raagaa taate arga.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubartittiin, «Gooftaa kiyya, akka ati raagaa taate arga.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubarttiin'llee akkana jetteen, «Yaa Gooftaa! akka ati nabiyyii taate amma beekee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartittiin, «Goottaa kiyya, akka ati raagaa teete dhagga.