John 4:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Dubartii tana, gaara kana gubba'atti yookiin Yerusaalemitti yennaan kolbaan Abbaa hin waaqonfanne akka dhufaartu na dhugeeffadhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, niiti tana, na d'ugefad'u, guyyaani ind'ufa ka gaara kanaafi Yerusalemu keesaleti! Abba inkad'anne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus isiin, “Niitii tana, na dhugeeffadhuu! Guyyaan isan gaara kanaa fi Yerusaalem keessaalleetti Abbaa hinkadhanne indhufaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee akkana isi'iin jedhe, «Dubartii nana! na amani; gaara kana gubba'atti yookaan Yerusaalemitti hennaan isin Abba'aaf hin saganne hin dhufa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee akkana isi'iin jedhe, «Dubartii nana na amani; gaara kana gubba'atti yookiin Yeruusaaleemitti hennaan isin Abba'aaf hin saganne hin dhufa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana isi'iin ni jedhe, «Dubarttii nana! Gaara kana irratti yookiin Yerusaalemtti, Waaqa Abba'aaf yeroon isin itti hin sagadinne akka dhufu amani,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Dubartii tana, gaara kana gubba'atti yookiin Yerusaalemitti yennaan kolbaan Abbaa hin waaqonfanne akka dhufaartu na dhugeeffadhu.