John 4:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin worri Samaariya'aa waan waaqonfattanu hin beettanu; nuuti ammoo Yihudooti fayyinni Yihudoota keessaa waan dhufuuf, waan waaqonfannu beenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waan imbeenne kad'attani, ammo nu waan beennu kad'anna; wonti akanatiifi baafami gara Yahuditi d'ufa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isaniin Samaariyaa waan hinbeene kadhattan, nu ammoo waan beennu kadhanna; baafamii gara Yihudiitii dhufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin waan hin beennee sagaddan; nu ammo fayyinni karaa Yihuudotaatiin waan ta'eef ka beennuuf saganna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin waan hin beennee sagaddan; nu ammoo fayyinni karaa Yihuudotaatiin waan ta'eef, ka beennuuf saganna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
isin Waaqa hin beekinneef ni sagadinna, nu'u garuu fayyinni ka dhufu Yihudotaa irraa waan ta'eef, Waaqa beekinnuuf ni sagadinna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worri Samaariya'aa waan waaqonfattanu hin beettanu; nuuti ammoo Yihudooti fayyinni Yihudoota keessaa waan dhufuuf, waan waaqonfannu beenna.