John 4:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaan worri dhuga'aan waaqonfatu, Ayyaanaa fi dhuga'aan Abbaa waaqonfattu ammoo hin dhuti; ammummaayyuu dhutteerti. Inni worra akkas dhuga'aan isa waaqonfatanu barbaada.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo guyyaani ind'ufa, ammalle arma jira, ka nami aka d'uga kad'atu lubbufi d'ugaani Abba kad'atu. Nama akana kana Abbaani barbaada aka isa kad'atu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo guyyaan namii akka dhugaa kadhatu, hafuura ufii dhugaan abbaa kadhatu indhufa, ammallee arma jira. Abbaan nama akkana isaa kadhatu kana barbaada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo worri dhuga'aan sagadan hennaan Aabba'aaf Ayyaana dhuga'aatiin sagadan hin dhufa. Ammumaa ta'eera. Abbaan akka isaa sagadaniif worra akkanaa kanniin waan barbaaduuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo worri dhuga'aan sagadan hennaan Aabba'aaf Ayyaana dhuga'aatiin sagadan hin dhufa. Amumaa ta'eera. Abbaan akka isaa sagadaniif worra akkanaa kanniin waan barbaaduuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu dhuga'aan ka sagadan, Waaqa Abba'aa fi dhuga'aa fi Hafuuraan dhuga'aan yeroon itti sagadan ni dhufa, gonkumaa ammaa dhufee jira, Waaqinni abbaan'llee ka barbaadu worra karaa kanaan isaaf sagadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaan worri dhuga'aan waaqonfatu, Ayyaanaa fi dhuga'aan Abbaa waaqonfattu ammoo hin dhutti; ammumaayyuu dhutteerti. Inni worra akkas dhuga'aan isa waaqonfatanu barbaada.