John 4:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi Ayyaana; worri isa waaqonfatulle Ayyaana fi dhuga'aan isa waaqonfatuu qaba” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi Lubbu, nami isa kad'atu lubbufi d'ugaani kad'achu male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii hafuuraa, namii isa kadhatu hafuura ufii ka dhugaatiin kadhachuu malee” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Ayyaana, worri Isaa sagadanillee dhuga'aa fi Ayyaanaan sagadu'utu isaan barbaachisa » jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi Ayyaana, worri Isaa sagadanillee Dhuga'aa fi Ayyaanaan sagadu'utu isaan barbaachisa » jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Hafuura, worri isaa sagadan'llee Hafuuraa fi dhuga'aan, isaa sagaduun isaaniin irra ni mala.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Ayyaana; worri isa waaqonfatulle Ayyaanaa fi dhuga'aan isa waaqonfatuu qaba» jedheen.