John 4:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dubartittiin isaan, “Masiihiin Kiristoos jedhamu akka dhufu hin beeka; inni yennaa dhufe waan mara nu'utti hima” jetteen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Niitiini taani waan jetteeni, Aka Masihi, ka Kristo jed'ani d'ufu, anini imbeekha. Inni gaafa d'ufu waan ch'ufa nu barsiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Niitiin taan, “Akka Maasiihiin, ka Kiristoo jedhan dhufu anin inbeeka. Innii gaafa dhufu waan cufaa diideseetti nu barsiisa” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartittiin ammo, «Kiristoos ka jedhamu Masihiin akka dhufu hin beeka; inni yoo dhufe waan maraa nutti hima» jetteen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubartittiin ammo, «Kiristoos ka jedhamu Masihiin akka dhufu hin beeka, inni yoo dhufe waan maraa nutti hima» jetteen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubarttiin'llee, «Kristos ka jedhamu Masihiin akka dhufu ni beeka, inni yoo dhufe waan maraa nu'utti ni hima» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartittiin isaan, «Masiihiin Kiristoos jedhamu akka dhufu hin beeka; inni yennaa dhufe waan mara nu'utti hima» jetteen.