John 4:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Ani ka si woliin dubbatiisatti jiruuyyuu isa” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan isiini jed'e, Ka siini dubbatu kunini isuma.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus, “Ka amma siin dubbachuu jiru kunuu isuma” isiin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee, «Ka amma si woliin qaaqa'aaru Ani isaa bee» isi'iin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee, «Ka amma si woliin qaaqa'aaru Ani isaa bee» isi'iin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Kunoo! Ani ka ammaa si haasofsiisa'aa jiru isa» ni jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Ani ka si woliin dubbatiisatti jiruuyyuu isa» jedheen.