John 4:3 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Yesuus waan jedhamiisatti jiru yennaa dhage'e, biyya Yihuda'aa lakkisee deebi'ee gara Galiila'aa dhaqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan biyyiti jettu d'ageennaani Yudea bahe Galilaya d'aqe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus waan biyyitii jettu dhageennaan Yihudaa ba'ee Galiilaa dhaqe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee isaatiif waan jedhame Farisoonni akka dhagayan yeroo beeketti Yesus, arddii Yihuda'aa dhiisee gara Galiila'aa deebi'ee ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yesuus waan jedhamiisatti jiru yennaa dhage'e, biyya Yihuda'aa lakkisee deebi'ee gara Galiila'aa dhaqe.