John 4:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre isaan qachaa keessaa bayanee gara Yesuusii yaa'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri diraa yae Yesoti d'ufe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii diraa ya'ee gara Yesus dhufiisaa karaa dacha'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonnillee qachaa keessaa yaa'anii gara isaa dhaqa'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonnillee qachaa keessaa yaa'anii gara isaa dhaqa'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni'llee magaala'aa bayanii gara Yesusii ni dhaqan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan qachaa keessaa bayanee gara Yesuusii yaa'ane.