John 4:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennuma san keessatti barattooti, “Barsiisa'a, wo nyaadhu!” jedhanee isa kadhatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja suni jari isaa isa kad'ate waan jed'eeni, Aabbo, sagale nyaad'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo sun jarii isaa, “Aabboo, sagalee nyaadhu” jedhee isa kadhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu kun ta'aa jiru darasoonni isaa, «Barsiisaa'a! mee waa nyaadhu!» jedhanii kadhataniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu kun ta'aa jiru darasoonni isaa, «Barsiisaa'a, mee waa nyaadhu!» jedhanii kadhataniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti barattoonni isaa Yesusiin, «Yaa barsiisa! Waan nyaataa woyii nyaadhu!» jechu'uun, ni kadhataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennuma san keessatti barattooti, «Barsiisa'a, woy nyaadhu!» jedhanee isa kadhatane.

Recommended Reading