John 4:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ammoo, “Ani sagalee nyaadhu ta isin hin beenne qaba” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni waan worraani jed'e, Anini sagale isani imbeenne qaba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo, “Anin sagalee isan hinbeenne qaba” jedhee warraa deebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani waan nyaadhu ka isin hin beenne qaba» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ani waan nyaadhu ka isin hin beenne qaba» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni garuu, «Isin ka hin beekinne ani ka nyaadhu nyaata ni qaba» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo, «Ani sagalee nyaadhu ta isin hin beenne qaba» jedhe.