John 4:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre barattooti, “Nami woyii sagalee isaa fidee jiraatinaa?” jedhanee wol gagaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi jari isaa waan woliini jed'e, Isii, namati sagale isaa d'ufeeni?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan jarii isaa, “Isii namaatti sagalee dhufeeniifii?” jedhee walgaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf darasoonni, «Waan nyaatu namni woyii fideefii jiraatinnaa?» woliin jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf darasoonni, «Waan nyaatu namni woyii fideefii jiraatinnaa?» woliin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf barattoonni isaa, «Naminni woyii waan nyaataa fideefii jira ta'innaa?» woliin ni jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre barattooti, «Nami woyii sagalee isaa fidee jiraatinaa?» jedhanee wol gagaafatane.