John 4:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaaniin, “Sagaleen tiyya, fedhii ka ana ergee godhu'uu fi hujii isaa muummessu'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Sagaleeni tiyya aka anini fed'i nama na erge tolche huji isaa hobaasu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Sagaleen tiyya akka anin fedhii nama na ergee guutee hujii isaa hobbaasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Nyaanni kiyya, fedha ka na ergee raawwachu'uu fi hojii isaa fixu'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Nyaanni kiyya, fedha ka na ergee raawwachu'uu fi hojii isaa fixu'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Nyaanni kiyya fedhii ka ana ergee taasisu'uu fi hujii isaa'llee raawwachu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaaniin, «Sagaleen tiyya, fedhii ka na ergee godhu'uu fi hujii isaa muummessu'u.