John 4:36 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri haamu ammumaayyuu gatii fudhatiisatti jira; midhaalle jiruu bara baraatiif wolitti qabiisatti jira; kunille ka facaasuu fi ka haamu akka woliin gammaduuf te'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama muru gati baasaniifi, ammalle inni mid'aani jireenna hegeri woltiguura; aka nami oobrufi ka muruleeni woliini gammadu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii muru gatii ufii inargata, ammallee innii midhaan jireenna barabaraa walti guura; akka namii oobruu fi ka muruulleen waliin gammadu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni haamu gatii argata; ka facaasuu fi ka haamullee akka woliin gammadan; jeennataafillee daraaraa wolitti qabata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni haamu gatii argata; ka facaasuu fi ka haamullee akka woliin gammadan jireenna bara baraatiifillee daraaraa wolitti qabata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka haamu mindaa isaa ni fudhata, jireenna bara baraatiif firii ta'u'llee wolitti ni qaba, kanaaf ka facaasu'llee, ka haamu'llee, woliin ni gammadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri haamu ammumaayyuu gatii fudhatiisatti jira; midhaalle jiruu bara baraatiif wolitti qabiisatti jira; kunille ka facaasuu fi ka haamu akka woliin gammaduuf te'a.