John 4:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre mammaassi, ‘Tokko hin facaasa, kuun hin haama’ jedhu dhuga'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mammaasi, Toko imfach'aasa, kad'ibiini imura jed'ani armati fulla.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mammaassii, ‘Namii tokko infacaasa, ka dhibiin inmura’ jedhu sun armaatti dhugaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Tokko hin facaasa; tokko ammo hin haama› jechi jedhu kanaan dhugaa ta'eera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Tokko hin facaasa, tokko ammoo hin haama› jechi jedhu kanaan dhugaa ta'eera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sababaa kanaan, ‹tokko in facaasa, kuun ammoo ni haama› jechi jedhame, dhuga'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre mammaassi, ‹Tokko hin facaasa, kuun hin haama› jedhu dhuga'a.

Recommended Reading