John 4:40 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre worri samaariya'aa yennaa gara isaa dhufane, isaan woliin akka turuuf isa kadhatanee, Yesuus guyyaa lamaan isaan woliin achi ture.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi nami Samaria hedduuni isati d'ufe, aka inni worra woliini tau kad'atani; Yesoni guyya lama worra woliini tae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf namii Samaariyaa hedduun isaatti dhufee, akka innii warra waliin taa'u kadhatee; Yesus guyyaa lama warra waliin taa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Samaariya'aa hennaa gara isaa dhufan akka inni isaan woliin jiraatuuf kadhataniin. Innillee haga guyyaa lamaa achi oole.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni Samaariya'aallee gara isaa hennaa dhufan, akka inni isaan woliin jiraatuuf kadhataniin. Innillee haga guyyaa lamaa achi oole.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf namoonni Samaariya'aa gara Yesusii yeroo dhufanitti, isa woliin akka turaniif ni kadhataniin, inni'llee guyyaa lamaaf achi ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre worri samaariya'aa yennaa gara isaa dhufane, isaan woliin akka turuuf isa gaafatanee, Yesuus guyyaa lamaan isaan woliin achi ture.