John 4:41 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sababa dubbii isaatiif namooti hedduun dhibiille dhugeeffatane;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra suni male, nami hedduuni, maro dubbi isaatiifi isa d'ugefate,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra sun malee namii hedduun, marroo dubbii isaatiif, isaatti dhugeeffate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababa dubbii isaatiif namoonni hedduu ka duraa caalaa isatti amanan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababa dubbii isaatiif namoonni hedduun ka duraa caalaa isatti amanan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sababa dubbii isaatiin'llee namoonni bira'aa baayi'een'llee, isatti ni amanan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa dubbii isaatiif namooti hedduun dhibiille dhugeeffatane;