John 4:43 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa lamaan duuba, Yesuus ka'ee gara Galiila'aa dhaqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya lama achi keesa ollaani, Yesoni achii deeme Galilaya d'aqe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa lama achi keessa oolaan, Yesus achii deemee Galiilaa dhaqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa lamaan maayii achii bayee gara Galiila'aa deeme.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa lamaan maayii, achii bayee gara Galiila'aa deeme.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus Samaariya'atti guyyaa lamaa eega tureen duubatti, gara Galiila'aa ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa lamaan duuba, Yesuus ka'ee gara Galiila'aa dhaqe.