John 4:44 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inninuu, “Raagaan tokko biyya ifiititti hin ulfaatu” jedheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Yesoni qara waan jed'e, Raagi lafa ufi keesati ulfinna inqabu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif Yesus qaraa, “Raagii lafa ufii keessatti ulfinna hinqabu” jedhee dubbate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inninuu, «Raanni biyya ufiititti akka hin kabajjamne» dubbateera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inninuu, «Raanni biyya ufiititti akka hin kabajjamne» dubbateera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni mataan isaa, «Nabiyyiin biyya mataa isaa titti hin kabajamu» jedhee, dubbatee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inninuu, «Raagaan tokko biyya ifiititti hin ulfaatu» jedheera.