John 4:46 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus, addee bisaan gara daadhii woyni'ii itti jijjiire, gara qachaa Qaana'aa ka lafa Galiila'aa keessaa, deebi'ee dhaqe. Qondaalli mootumma'aa ka Qifirnaahoomitti ilmi isaa dhibameeru tokko achi jiraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni dira Kana ka Galilayati deebie, fulla inni bisaani iti daad'i tolche. Jaallaba tokoti jira, ka ilmi isaa fayya d'abe, Kapernaumu keesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus fulaa bisaan itti Daadhii waynii tolche dira Qaanaa ka Galiilaatti deebi'e. Jaallabdicha ilmii isaa fayyaa dhabe tokkotti Qifernaahom keessa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebi'ee gara Qaanaa Galiila'aa hulee bisaan gara daadhii woyinii itti jijjiiree san dhaqe. Qifirnaahoomittillee bulchaa mana mooti'ii keessaa, ka mucaan isaa jalaa dhibame tokkotu jira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebi'ee, gara Qaanaa Galiila'aa hulee bisaan gara daadhii woyinii itti jijjiiree san dhaqe. Qifirinaahomittillee bulchaa mana mooti'ii keessaa, ka mucaan isaa jalaa dhibame tokkotu jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus gara bakka bishaan gara daadhii woyinni'ii itti jijjiire gara bakka arddii Galiila'aa titti argamittuu, gara magaalaa Qaana'aa lammaffaa ni deebi'e, yeroo san Qifirnaahoomitti ilmi isaa ka jalaa dhukkubisate, namichi muudamaan mana mootumma'aa tokko ni jira ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus, addee bisaan gara daadhii woyni'ii itti jijjiire, gara qachaa Qaana'aa ka lafa Galiila'aa keessaa, deebi'ee dhaqe. Qondaalli mootumma'aa ka Qifirnaahoomitti ilmi isaa dhibameeru tokko achi jiraayyu.