John 4:49 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Qondaaltichi mootumma'aalle, “Goottaa kiyya, ilmi kiyya adoo hin du'in maganne'ee koyi!” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaallabi kaani waan jed'eeni, Aabbo, kooti, ato gurbaani kiyya induiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaallabdichii kaan, “Aabboo adoo gurbaan kiyya hindu'iin kootti” jedhee kadhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaanillee, «Gooftaa kiyya! daa'imni kiyya uduu na jalaa hin duune naa dhaqqabi» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bulchaanillee, «Gooftaa kiyya, daa'imni kiyya uduu na jalaa hin duune naa dhaqqabi» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Muudamaan'llee, «Yaa Gooftaa! Ilmi kiyya du'u'uun duranatti, yabo'oo dafii bu'i» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltichi mootumma'aalle, «Goottaa kiyya, ilmi kiyya adoo hin du'in maganne'ee koy!» jedheen.

Recommended Reading