John 4:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Samaariyaa keessatti inni gara qachaa Siikaar jedhamuu, ka fichaa Yaaqoob ilma ifii Yoseefiif kennetti dhikaatuu tokko dhufe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba dira Samaria toko, ka Sikari jed'ani gahe, ka oobru toko ta qara Yakoboni ilma ufi Yusufuu kenne d'aatu jiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan dira Samaariyaa ka Siikaar jedhan tokko, ka oobruu qaraa Yaaqob ilma ufii Yoseefii kenne dhaattuu jiru tokkon ba'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf gara qachaa Samaariya'aa ta Sikaar jedhamtuu dhufe, qachaan sun lafa Yaaqoob ilma ufii Yooseefii kennetti dhiyo'o.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf gara qachaa Samaariyaa ta sikaar jedhamtuu dhufe, qachaan sunillee lafa Yaaqoob ilma isaa Yooseefii kennetti dhiyo'o.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf bakka Yaaqoob ilma isaa Yooseefii kenne biraan gara bakka argamittu, Sikaar jedhamttee gara bakka waamamittuu gara magaalaa Samariya'aa ni dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Samaariyaa keessatti inni gara qachaa Siikaar jedhamuu, ka fichaa Yaaqoob ilma ifii Yoseefiif kennetti dhikaatuu tokko dhufe.