John 4:50 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaan, “Gali; ilmi keeti hin jiraata!” jedheen. Namichille dubbii Yesuus dubbate dhugeeffatee deeme.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Beeni, ilmi kanke imfaya! Namichi suni dubbi Yesoni isaani jed'e d'ugefate, kae gale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus deebisee, “Beenii ilmii kankee infayaa!” jedhe; namichii kaan dubbii Yesus isaan jedhe dhugeeffatee, ka'ee gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus, «Gara mana keetii deemi! mucaan kee fayyeeraa!» jedheen. Namichi dubbii Yesuus itti hime amanee deeme.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee, «Deemi; mucaan kee fayyeera!» jedheen. Namichillee dubbii Yesuus itti hime amanee deeme.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Gara mana keetii deemi! Ilmi kee lubbu'uun ni jiraataa» jedheen. Namichi'llee dubbii Yesus dubbate amannee, gara mana isaa ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaan, «Gali; ilmi keeti hin jiraata!» jedheen. Namichille dubbii Yesuus dubbate dhugeeffatee deeme.