John 4:53 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba abbaan muca'aa sa'aatii Yesuus, “Ilmi keeti hin jiraata” jedhetti akka teete hubate. Tanaaf innii fi maatiin isaa maraa dhugeeffatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba abbaani suni aka hojja Yesoni, Ilmi kanke imfaya isaani jed'e beekhe, isaafi worri isaa ch'ufti d'ugefatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan abbaan gurbaa akka yo Yesus, “Ilmii kankee infayya” isaan jedhee beekee, isaa fi warrii isaalleen cuftii dhugeeffate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaanillee, Yesuus, «Mucaan kee fayyeera» hennaan jedheen sa'aatii san akka ta'e qaabate. Kanaafuu innillee maatii ufii maraa woliin amane.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abbaanillee, Yesuus, «Mucaan kee fayyeera» hennaan jedheen sa'aatii san akka ta'e qaabate. Kanaafuu innillee maatii ufii maraa woliin amane.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abbaan'llee Yesus, «Ilmi kee lubbu'uun ni jiraata» ka jedhe yeroma sanitti akka ta'e ni beeke, kanaaf guyyaa sanii jalaqabee isaa fi maatiin isaa marrinuu, Yesusitti ni amanan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba abbaan muca'aa saatii Yesuus, «Ilmi keeti hin jiraata» jedhetti akka teete hubate. Tanaaf innii fi maatiin isaa maraa dhugeeffatane.