John 4:54 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Bilbaasi kun ka Yesuus Yihudaa irraa gara Galiila'aa deebi'ee dhufee, lammeessoo huje.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini duuba akheekha lameeso ka Yesoni tolche, eegi Yudea bahe Galilaya d'ufe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kunin akeeka lameessoo ka Yesus, eegi Yihudaa ba'ee Galiilaa dhufe tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee akkasuma Yesuus Yihuuda'aa gara Galiila'aa haga dhufeen maayessa; kana woliin maalalee lammeesso'oo hojjate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kunillee akkasuma Yesuus Yihuuda'aa gara Galiila'aa haga dhufeen maayessa, kana woliin maalalee lammaffa'aa hojjate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Baafinni kun Yesus Yihuda'aa gara Galiila'aa dhufee ka raawwate, baasa lamaffaat.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bilbaasi kun ka Yesuus Yihudaa irraa gara Galiila'aa deebi'ee dhufee, lammeessoo huje.