John 4:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dubartiin Samaariya'aa takka bisaan woraabbatiisaaf yennaa dhutte, Yesuus isi'iin, “Bisaan uni'ii naa kenni!” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Niitiini Samaria toko bisaani woraabachu d'umnaani Yesoni, Bisaani na obaasi jed'eeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Niitiin Samaariyaa tokko bisaan waraabbachuu dhumnaan Yesus, “Bisaan na obaasi” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartiin Samaariya'aa takka bisaan woraabbatu'uuf dhufte, Yesuus isi'iin, «Bisaan na obaas!» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubartiin Samaariya'aa takka bisaan woraabbatu'uuf dhufte, Yesuus isi'iin, «Bisaan na obaas!» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti dubarttiin biyya Samaariya'aa takka bishaan woraabu'uuf gara boollaa ni dhufitte, Yesus'llee, «Bishaan ana obaasi» ni jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartiin Samaariya'aa takka bisaan woraabbatiisaaf yennaa dhutte, Yesuus isi'iin, «Bisaan uni'ii naa kenni!» jedheen.