John 4:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san barattooti isaa sagalee bitiisaaf gara qacha'aa dhaqaneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Jari isaa yayu dira d'aqe, aka sagale bitani.)
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
(Jarii isaa yo sun yaayyuu sagalee bituuf dira dhaqe.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san darasoonni isaa waan nyaatan bitu'uuf gara qacha'aa deemanii turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san darasoonni Isaa waan nyaatan bitu'uuf gara qacha'aa deemanii turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti'llee barattoonni isaa waan nyaataa bitu'uuf, gara magaala'aa deemanii jiran ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san barattooti isaa sagalee bitiisaaf gara qacha'aa dhaqaneeran.