John 5:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kanaan duuba, Yesuus jila worra Yihudootaatiif gara Yerusaalemii dhaqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi waan kana jila Yahuditi jira, duuba Yesoni Yerusalemu d'aqe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii waan kanaa jila warra Yihudiiti jiraa, duuba Yesus Yerusaalem dhaqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayii Yesuus ayyaana Yihuudotaatii fi gara Yerusaalemii ol baye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaan maayii, Yesuus ayyaana Yihuudotaatii fi gara Yerusaaleemii ol baye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti ayyaana Yihudotaa waan tureef Yesus gara Yerusaalemii ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan duuba, Yesuus jila worra Yihudootaatiif gara Yerusaalemii dhaqe.