John 5:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni deebisee, “Namicha na fayyisetti, ‘Itillee teeti fudhadhuu deemi!’ anaan jedhe” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni waan jed'eeni, Namichi na fayyise waan naani jed'e, Itille tante fud'ad'u, deemi, naani jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo deebisee, “Namicha na fayyiseetti ‘Itillee tantee fudhadhuu deemi’ naan jedhe” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo, «Namicha na fayyise santu, ‹Itillee tee baadhadhu deemi!› naan jedhe» jedhee isaanii deebise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo, «Namicha na fayyise santu, ‹Itillee tee baadhadhu deemi!› naan jedhe» jedhee isaanii deebise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni garuu, «Naminni ana fayyise siree kee badhuutii deemi!» naan jedhee jira, isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni deebisee, «Namicha na fayyisetti, ‹Itillee teeti fudhadhuu deemi!› anaan jedhe» isaaniin jedhe.