John 5:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan, “Namichi, ‘Itillee teeti fudhadhuu deemi!’ siin jedhe eennu inni?” jedhanee isa gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Nami, Itille tante fud'ad'u deemi siini jed'e suni eennu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii ammoo, “Namii ‘Itillee tantee fudhadhuu deemi’ siin jedhe sun eennu?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «namichi itillee tee baadhadhuu deemi siin jedhe eennu?» jedhanii gaafataniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee namichi itillee tee baadhadhuu deemi siin jedhe eennuu? Jedhanii gaafataniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Siree kee baadhuutii deemi ka siin jedhe eennu?» jechu'uun, ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Namichi, ‹Itillee teeti fudhadhuu deemi!› siin jedhe eennu inni?» jedhanee isa gaafatane.