John 5:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gumiin addee sanitti waan heddatteertuu fi Yesuusille achii waan deemeeruuf, namichi fayye sun Yesuus eennu akka te'e hin beenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi fayyisani kaani nama isa fayyise imbeekhu, wonti akanatiifi maro gumiini achiti baateefi Yesoni yayu deeme.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii fayyisan kaan nama isa fayyise hinbeeku, waan gumiin achitti baanaan Yesus achii deemeef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo hulee san baniin heddu waan tureef Yesuus achii siiqee waan tureef namichi isa fayyise eenuun akka ta'e hin beenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo hulee san baniin heddu waan tureef, Yesuus achii siqee waan tureef; namichi isa fayyise eenuun akka ta'e hin beene.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namichi garuu ummanni waan baayi'atee fi Yesus'llee achii irraa fagaatee waan deemeef, ka isa fayyise eennuun akka ta'e hin beeku ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumiin addee sanitti waan heddatteertuu fi Yesuusille achii waan deemeeruuf, namichi fayye sun Yesuus eennu akka te'e hin beenne.