John 5:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre sababa Yesuus sanbataan fayyiseef, Yihudooti isa miidhiisa jalqabane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kanaafi Yahudiini Yeso gaargalchite, maro inni waan kana guyya Sabato tolcheefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warrii Yihudii marroo innii waan kana guyyaa Sambataa tolcheef Yesus gargalche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan guyyaa Sambataatiin waan kana godheef Yihuudonni Yesuusiin reebanii ajjeesu'uuf soqa'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa Sambataatiin waan kana waan godheef Yihuudonni Yesuusiin reebanii ajjeesu'uuf soqa'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan kana Sanbbataan waan raawwateef namoonni Yihudotaa ka aangoo qaban Yesusiin, ari'uunii jala ni qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre sababa Yesuus sanbataan fayyiseef, Yihudooti isa miidhiisa jalqabane.