John 5:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yerusaalem keessa karra hoolotaa bira haroon seensuma gaaddisa qabu shan qaddu takka jirtiiyyu; afaan Hibrootaatiin “Betzataa” jedhanti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yerusalemu keesa, d'aatu Fullo Ree jed'ani, haro tokoti jira, ta daargula shani qabdu, ta afaani Ebraniatiini Bethzatha jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yerusaalem keessa, dhaattuu, “Karra re'ee” jedhan, haroo tokkotti jira, ta daargulaa shan qabdu ta afaan Ibraayisxiitiin, “Betzaata” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yerusaalemiin keessa karra hoolotaa bira haroon afaan Ibraayisxiitiin «Beetasaayidaa» jedhamtu takkatu jira, isiin karaa ittiin seenan shan qabdi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yerusaaleemiin keessa karra hoolotaa bira haroon afaan Ibiraayiisxiitiin «Beetasayidaa» jedhamtu takkatu jira, isiin karaa ittiin seenan shan qabdi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yerusaalemitti Balbala hoolotaa biratti afaan worra Ibirootaatiin, «Beetesaayidaa» ka jedhamu, bishaan burqqaa kuufame tokkotuu jira ture, naannoo isaa'llee xurree keessa dabrran ka gara irraatii kurree shanii qabanttu turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yerusaalem keessa karra hoolotaa bira haroon seensuma gaaddisa qabu shan qaddu takka jirtiiyyu; afaan Hibrootaatiin «Betzataa» jedhanti.