John 5:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Abbaan Ilma waan jaalatuuf, waan ifii godhu mara isatti hin mudhisa. Akka isin masoonfattanuuf, waan kana caaluuyyuu isatti hin mudhisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Abbaani ilma jaalata, waan ufi tolchu ch'ufa isa agarsiisa, ammalle huji guddo ta tana ira garsiisa, aka isani mamtani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif Abbaan ilma injaalata, waan ufii tolchu cufa isa garsiisa, ammallee hujji guddoo tana irraa garsiisa, akka isan mamtan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aabba Ilma waan jaalatuuf, waan godhu maraa itti mudhisa, akka isin maalalfattaniif hujii kana caalu isatti mudhisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Aabba Ilma waan jaalatuuf, waan godhu maraa itti mudhisa, akka isin maalalfattaniif hujii kana caalu isatti mudhisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Abbaan Ilma waan jaalatuuf waan hojjatu mara itti ni muldhisa, isin'llee akka maalalttaniif, hujii kana caalu'llee itti ni muldhisaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan Ilma waan jaalatuuf, waan ifii godhu mara isatti hin mudhisa. Akka isin masoonfattanuuf, waan kana caaluuyyuu isatti hin mudhisa.