John 5:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma Abbaan worra du'ane kaasee jiruu isaanii kennu, akkasuma Ilmille ka ifii fedheef jiruu kenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma Abbaani nama due kaase jiraachisu, Ilmileeni akasuma nama fed'u jiraachisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma Abbaan nama du'e kaasee jiraachisu, Ilmiilleen akkasuma nama fedhu jiraachisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Aabba, worra du'an kaasee jireenna isaanii kennu, akkasuma ilmillee worra jaalatuuf jireenna kenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma Aabba, worra du'an kaasee jireenna isaanii kennu, akkasuma ilmillee worra jaalatuuf jireenna kenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Abbaan worra du'an akkuma kaasuu fi jireenna'llee akkuma isaanii kennu, Ilmi'llee akkuma kana nama barbaadeef, jireenna ni kennaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Abbaan worra du'ane kaasee jiruu isaanii kennu, akkasuma Ilmille ka ifii fedheef jiruu kenna.