John 5:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma Abbaan madda jiru'uu te'e, Ilma ifiille madda jiru'uu akka te'u godheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma Abbaani jireenna ufi keesaa qabu, akasuma inni Ilmale tolche aka jireenna ufi keesaa qabaatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbaan akkuma ufii jireenna ufii keessaa qabu, Ilmaallee akka innii akkasuma jirenna ufii keessaa qabaatu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Aabba ufitti jireenna qabu, Ilmillee akkasuma ufitti jireenna akka qabaatuuf isaa waan kenneeruuf,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma Aabba ufitti jireenna qabu, Ilmillee akkasuma ufitti jireenna akka qabaatuuf isaa waan kenneeruuf,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Abbaan mataan isaatuu burqqaa jireennaa akka ta'u isa taasisee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Abbaan madda jiru'uu te'e, Ilma ifiille madda jiru'uu akka te'u godheera.