John 5:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni Ilma Namaa waan te'eef, muraa akka kennu, Abbaan baallii isaaf kenneera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni yayu jabeenna qorsuma kenneefi, waan inni Ilma Nama taheefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii waan innii Ilma namaa ta'eef, yaayyuu jabeenna muraa kenneef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilma Namaa waan ta'eef akka murtii kennuuf baallii kenneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ilma namaa waan ta'eef, akka murtii kennuuf baallii kenneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilma Namaa ta'uu isaatiin'llee, murtii akka muritteessuuf aangoo kenneefii jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Ilma Namaa waan te'eef, muraa akka kennu, Abbaan baallii isaaf kenneera.