John 5:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan kana hin masoonfatina'a; yennaan worri du'e marti qooqoo isaa dhage'u hin dhutti;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana himmamiina; guyyaani ind'ufa ka nami awaala keesa jiru ch'ufti qonqo isaa d'agaye
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana hinmamiinaa; guyyaan namii awwaala keessa jiru cuftii qoonqoo isaa dhaga'ee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri awwaala keessa jiran martuu sa'aatiin laagaa isaa dhagayan hin dhufa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri awwaala keessa jiran martuu sa'aatiin laagaa isaa dhagayan hin dhufa. Worri waan mishaa hojjatan jireennaaf ka'an. Worri dhara hojjatan murti'iif waan ol bayaniif kana hin maalalfatinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan kanaan hin maalalffatnaa, worri awwaala keessa jiran marrinuu qooniqqa isaa saa'aatiin itti dhagayan ni dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan kana hin masoonfatina'a; yennaan worri du'e marti qoonqoo isaa dhage'u hin dhutti;