John 5:29 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
awwaala ifii keessaalle'ee hin bayan; worri dansaa hujeeru jiruu dhaggatatiisaaf ka'an; worri hantuu hujeeru akka itti murantuuf ka'an.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
awaala keesaa yau, nama waan dansa tolche kaasani jireenna kennaniifi, ka waan hamtu tolche kaasaniti wollaala iti murani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
awwaala keessaa yaa'u, indhufaa; warra waan dansaa tolche kaasaniitti jireenna kennaniif, ka waan hamtuu tolche kaassaniitti wallaala itti murani.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri waan mishaa hojjatan jireennaaf ka'an; worri dhara hojjatan murti'iif du'aa waan ka'aniif kana hin maalalfatinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mishaa worri hojjatan garuu du'aa ka'anii isaan irratti ni murtteeffama.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
awwaala ifii keessaalle'ee hin bayan; worri dansaa hujeeru jiruu dhaggatiisaaf ka'an; worri hantuu hujeeru akka itti murantuuf ka'an.