John 5:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan hedduun dhibanteertu, ballooleen, naafole'ee fi worri nafa laashowe seensuma gaaddisa qabu san keessa irkatanee [tacho'iisa bisaanii eegatiisaatti jiraniiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achi keesa gumi nama fayya d'abeefi ballafi naafafi ka kokotaeti ch'iisa. [Aka bisaani woch'ani eegani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Achi keessa nama fayyaa dhabe heddhuutti, ballaa, naafaa fi ka kokotta'eetti ciisa. Akka bisaan wacani eegani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanniin keessatti baniin hedduu worri dhibame, worri ijaan hin argine, worri naafate, worri nafti isaanii laamshaye socho'uu bisaanii eega'aa achi ciisan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanniin keessatti baniin hedduu worri dhibame, balloonni, worri naafate, worri nafti isaanii laamshaye, socho'uu bisaanii eega'aa achi ciisan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
[Dhukkubsattoonni haalaan baayi'een, jaamonni, hokkolttoonnii fi naafonni, xurree keessa dabrran irra ciisanii jiran turan. Achitti'llee socho'uu bishaanichaa ni eeggatan turan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan hedduun dhibanteertu, ballooleen, naafole'ee fi worri nafa laashowe seensuma gaaddisa qabu san keessa irkatanee [tacho'iisa bisaanii eegatiisatti jiraniiyyu.