John 5:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin ergantoota teessan gara Yohaanniisii ergitane; inni dhuga'aaf dhugaa baye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami isani nama iti ergitani Yohana; innileeni d'uga suni la d'ugeese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii isan nama itti ergitan Yoh. aannis; inniilleen dhugaa sun la dhugeesse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin gara Yohaannisii namoota ergitaniirtan; innillee dhuga'aaf rageera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin gara Yohaannisii namoota ergitaniirtan innillee dhuga'aaf rageera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin gara Yohaannis ergamoota ergitanii ture, isaan'llee waayee dhuga'aatiif ragaa bayee jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ergantoota teessan gara Yohaannisii ergitane; inni dhuga'aaf dhugaa baye.