John 5:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka isin fayyitanu tana jedhe malee, ani dhugaa bayiisa namaa hin fudhadhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ugeesani nami na d'ugeesu woma keesa injirtu, ammo aka isani baafamtaniifi, anini waan kana dubbad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugeessaan namii naa dhugeessu homaa keessa hinjirtu, ammoo akka isan baafamtaniif, anin waan kana dubbadha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ammo nama irraa ragaa hin fuudhu. Akka isin fayyitaniif kana jedha malee.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani ammoo nama irraa ragaa hin fuudhu. Akka isin fayyitaniif kana jedha malee.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee jechuun kiyya akka fayyitaniif malee, waan ana ragummaan namaa ana barbaachiseefii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isin fayyitanu tana jedhe malee, ani dhugaa bayiisa namaa hin fudhadhu.