John 5:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yohaannis akka xassaa bobe'ee ifuu ti; isin yenna'aaf ifa isaatitti gammadu'uuf barbaaddane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yohanani ifse bobeete ifsitu, isani haga bulti diqo ifsa isatiini gammadu feetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoh. aannis ibsee bobeettee ibsitu, isan ammoo haga bulti diqqoo ibsee isaatiin gammaduu feetan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ibsoo bobayuu fi ifu. Isinillee bara diqqo'oof ifa sanitti gammaduu barbaaddan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ibsoo bobayuu fi ifu. Isinillee bara diqqo'oof ifa sanitti gammaduu barbaaddan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yohaannis akka ifa bobayuu fi ifuu ni ture, isin'llee yeroo muraasaaf ifa isaatiin gammadu'uu ni barbaaddan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yohaannis akka xassaa bobe'ee ifuu ti; isin yenna'aaf ifa isaatitti gammadu'uuf barbaaddane.

Recommended Reading