John 5:37 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Abbaan kiyya ka ana ergeeyyuu dhugaa anaaf bayeera. Isin ijjumaa qooqoo isaa hin dhageenne yookiin fuula isaa ijjumaa hin dhaggine;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani na erge naa d'ugeesa. Isani qonqo isaa taka ind'ageenne yokhaani bifa isaa taka inagarre;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbaan na erge naa dhugeessa. Isan qoonqoo isaa takka hindhageenne yokaan bifa isaa takka hingarre;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aabbaan na ergellee waan kiyya rageera. Isin laagaa isaa womaa hin dhageenne. Bifa isaallee hin argine.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Aabbaan na ergellee waan kiyya rageera. Isin laagaa isaa womaa hin dhageenne. Bifa isaallee hin argine.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka ana erge Waaqinni Abbaan mataan isaatuu waayee kiyya ragaa bayee jira, isin garuu qoonqqa isaa gonkumaa hin dhageenne, bifa isaa'llee gonkumaa hin arginne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan kiyya ka na ergeeyyuu dhugaa naaf bayeera. Isin ijjumaa qoonqoo isaa hin dhageenne yookiin akka akki isaa jiru ijjumaa hin dhaggine;