John 5:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
ka inni ergetti waan hin dhugeeffatiniif, jecha isaa gadhaa keessanitti hin qabanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle waan nama inni erge d'ugefachu diddaniifi, dubbi isaa ta garaa keesani keesa teetu inqabdani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ammallee waan nama innii erge dhugeeffachuu diddaniif, dubbii isaa ta garaa keessan keessa teetu hinqabdan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ka inni ergetti waan hin amanneef, dubbii isin woliin jiraatu hin qabdan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin ka inni ergetti waan hin amanneef, dubbii isin woliin jiraatu hin qabdan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin ka inni erge waan hin amanneef dubbiin isaa isin bira hin jiraatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ka inni ergetti waan hin dhugeeffatiniif, jecha isaa gadhaa keessanitti hin qabanne.