John 5:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ergamaan Waaqaa yennaa tokko tokko haroo keessa gad bu'ee bisaan tachoosa. Bisaan tacho'eeruun duuba nami dhibamaan dursee haroo keessa gad bu'e, dhukkuba isa qabeeru mara irraa hin fayyaayyu.]
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan maro gari malaikaani Aabbo haro suni keesa seente bisaani woch'isifitufi, nami fayya inqamne ka eegi bisaani woch'ani qara haro suni seene d'ukuba taatefu infaya.]
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan marroo garii ergamtootii Aabboo haroo sun keessa seentee bisaan wacisiiftuuf, namii fayyaa hinqamne ka eegii bisaan wacan qaraa haroo sun seenee, dhukkuba taateefuu infayya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gari garii Maleekkaan Rabbii bu'ee bisaan waan sochoosuuf. Haga bisaan socho'een maayessa, hennaa san namni firrisee bisaan keessa seene dhibee maraa irraa hin fayya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa gari garii Maleekkaan Rabbii bu'ee bisaan waan sochoosuuf. Haga bisaan socho'een maayessa, hennaa san namni firrisee bisaan keessa seene dhibee maraa irraa hin fayya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
dabrree dabrree'llee maleyikkaan Goofta'aa gara bishaan kuufamee bu'ee bishaanicha ni sochoosa ture, socho'iinssa bishaaniitiin duubatti, jalqaba gara bishaanichaa titti naminni aseene dhukkuba isaa kamiin irraayyuu ni fayya ture.]
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Waaqaa yennaa tokko tokko haroo keessa gad bu'ee bisaan tachoosa. Bisaan tacho'eeruun duuba nami dhibamaan dursee haroo keessa gad bu'e, dhukkuba isa qabeeru mara irraa hin fayyaayyu.]