John 5:41 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Ani ulfinna nama irraa hin barbaadu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini guddinna nama iraa imbarbaadu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Anin guddinna nama irraa hinbarbaadu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani nama irraa ulfinna hin barbaadu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ani nama irraa ulfinna hin fudhu. Haata'uu ammoo isin jaalala Rabbii akka uf keessaa hin qabne hin beeka.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Ani ulfinna nama irraa hin barbaadu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani ulfinna nama irraa hin barbaadu.